1 Chronicles 1:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Ilmi Kushi toko ka Nimrodi jed'ani lafa ch'ufa keesa waan woraana iti jabaate abba iti tahe.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kuush Naamruudiin uumate; Naamruudi adunyaa keessatti loltuu jabaa jalqabaa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kuushi, Niimrod uumate; Niimrod biyya lafaa keessatti loltuu jabaa qaraa te'e.