1 Chronicles 1:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eberini ilmaani d'iira lama d'ale; toko maqaani Pelegi, wonti maqa suni baasanifi bara suni nami ch'ufti gargari bahe; gurba kaani d'ibi maqaani Yoktani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eboor ijoollee dhiiraa lama uumate; bara san waan lafti qoqqoodamteef maqaa mucaan tokko Faaleeq jedhamee waamame; obboleessi isaa garuu Yooqixaan jedhame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ebeer ilmaan lama uumate; bara inni dhalate kolbaan biyya lafaa waan qoqoodanteef, maqaan ilma angafichaa, «Feleg » jedhame; maqaan obboleessa isaalle Yoqxaan.