1 Chronicles 1:46 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Husaamillee du'ee bikka isaa Haadaad ilmi Baadaadii ka raasaa Moo'aabotaatitti Miidiyaamota dhayetu mooye; maqaan qachattii sanii Haawiti jedhamti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Hushaam du'e, ilmi Bedadii Hadaad ka lafa Mo'aabiititti worra Miidiyaanii injifate addee isaatitti mootii te'ee bulche; maqaan qachaa isaa, «Awiit» jedhama.