1 Chronicles 1:50 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Alihaanaanillee du'ee bikka isaa Haadaad mooye; maqaan qachattii sanii Faa'uu turte; haati manaa isaa ta Maahexabi'eel jedhamtu intala ilma ilma isaa ta Maanaareedii turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Ba'aal-Hanaan du'e, Hadaad addee isaatitti mootii te'ee bulche; maqaan qachaa isaa Phaayi; maqaan haadha manaa isaa Mahexaabel; isiin intala Maxiredii akkoo Mezahabii ti.