1 Chronicles 1:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Kushi ira baate Seba, Havila, Sabta, Raama, Sabteka, gochiti Raama ira baate, Shebafi Dedani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen dhiiraa ta Kuushii Saabaa, Hawilaa, Sebitaa, Raa'ima'aa fi Sabtakkaa fa'a; ijoolleen dhiiraa ta Raa'ima'aa Saaba'aa fi Didaani.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Kuushii: Saabaa, Hawiilaa, Sabtaa, Ra'imaa fi Sabteka'a. Ilmaan Ra'imaa: Sheebaa fi Dedaan.