1 Chronicles 10:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Sauloni duefi waan inni AABBO Waaqa durati wollaala tolcheefi. Inni dubbi AABBO Waaqa dide, gara nama ekheraani dubbatu d'aqe wogaafate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanatti Saa'ol waan cubbuu hojjatee fi waan jecha Rabbiitiif ajajamuu dideef du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol Mootii Waan Maraatiif addatamiisa waan dhabeef du'e; inni worra ekeraa dubbisu irraa gorsa gaafate malee, jecha Mootii Waan Maraatiif hin ajajanne.