1 Chronicles 10:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
fulla inni sila AABBO Waaqa gaafatu. Tanaafi AABBO Waaqi isa ijeese, finna lafa suni Daudi ilma Yeseti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni garuu mortuu ekeraa waamu gaafate malee Rabbiin hin gaafanne; kanaaf Rabbi isa ajjeesee mootummaa isaa ilma Isseyii Daawitii dabarsee kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Mootii Waan Maraa hin gaafanne. Tanaaf Mootiin Waan Maraa isa ijjeesee, mootummaa isaa ilma Iseyii Daawititti dabarsee kenne.