1 Chronicles 10:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saulo mata iraa kutani, miha isaa ka lola ch'ufa iraa hikhatani, miha suni lafa worra Filisti ch'ufa keesa namaani ergani, aka odu dansa suni mana waaqa worra keesafi nama worraa ch'ufati himani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Morma Saa'olii muranii haga meeshaa lolaa irraa hiikkataniin maayessa worra dhaamsa geessanitti kennanii gammachuu ufii waaqa tolfamaa ufiitii fi banii ufiititti akka himan isaan ergan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan woyaa Saa'ol irraa mulqatanee, mataa isaa muranee, meya lolaa isaa fudhatanee, oduu dansaa tana waaqotaa fi kolbaa ifiititti akka himanuuf, lafa Filisxeemotaa mara keessa namoota ergane.