1 Chronicles 11:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini maqa askarti Daudi ta gurra qabdu. Jari kunini worra gosa Israeli kaani d'ibi woliini isaa qarqaare, akasiini inni hayyu tahe, dubbi AABBO Waaqi qara jed'e gula, ammalle worri finna lafa isaale guddo jabeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni Daawitii ta gurra baate, worra Israa'elii kaawwan woliin ta'anii akka jecha abdii Rabbiitiin Daawiti akka mooyu guddisanii gargaaran; akka mootummaan isaallee jabaatu taasisaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun Loltoota Daawitii keessaa gootota, kolbaa Israa'elii mara woliin akkuma Mootiin Waan Maraa waadaa galetti, akka Daawiti mootii te'u, mootummaan isaalle akka jabaattu worra mootummaa isaa keessatti isa qarqaare.