1 Chronicles 11:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gaafa Daudini worra Filisti Pasdamimuti had'e goli isati. Hojja worri Israeli baqate, inni oobru garbu keesa eja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Daawitiin woliin Paasadamiin keessa ture; achitti maasaa garbu'uu keessatti worri Filisxeemii lolaaf wol gayee ture. Baniin maruu worra Filisxeemii jalaa dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa worri Filisxeemotaa lolaaf Phasdamiimitti wolitti qabamane, inni Daawiti woliin achi jiraayyu; addee fichaa garbuun bacaan keessa jiruutitti, Israa'elooti worra Filisxeemotaa duraa baqatane.