1 Chronicles 11:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani isaafi jari isaa jiddu oobru suni keesati baqachu, dide d'owatte worra Filisti had'e hobaase, AABBO Waaqi worra qarqaare, akasiini worri worra dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaaniillee lafa qonnaa keessa dhaabatanii isaan eeganii worra Filisxeemii fixan; Rabbi akka maalale'eetitti akka isaan mooyatan isaan taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitii fi Ele'azaar fichaa san keessatti waan addee qabataneeranuuf, worra Filisxeemotaa lolane; Mootiin Waan Maraa injifachaa guddoo isaaniif kenne.