1 Chronicles 11:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko worra sodoma kaani keesa nami sadi gara rabsu d'akha ka Daudini jalati d'okhatu ka d'aatu goda Adulamu, d'aqani, ka duuli Filisti bale Refaimu keesa jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa tokko bulchoota loltootaa namoota soddomaa keessa namoonni sadihii gara hulee Daawiti jiruu gara dhagaa Adoolaamiititti gad dhaqan. Hennaa san duulli worra Filisxeemii dhooqa Raaffaayimiititti wol gayaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltoota worra Filisxeemotaa keessaa gariin, dhooqa Refaa'iimii keessatti kushee qabatanee adoo jiranuu, sooreyyii loltoota Daawitii soddoma keessaa sad, Daawiti bira gara rassaa goda Adulaamii bira jiruu dhaqane.