1 Chronicles 11:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudi hoodooni worraa qabate, jennaani waan jed'e, Ato nami bisaani anini d'ugu eela fullo Bethlehemu d'aatu jiru keesa naa fuud'e, akami dansa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti, «Burqaa bisaanii ta Beeteliheemiin keessa jirtuu bisaan woraabee eentu naa fida?» jedhee yaade;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti bisaan dheebotee, «Boolla bisaanii ta karra Betlihem bira jirtu keessaa, bisaan ani unu eennutti woraabee naa fida laati!» jedhe.