1 Chronicles 11:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri askarti ka gurra qabu kaani sadeeni olla Filisti duude, eela kaani keesaa bisaani woraabe, Dauditini gale. Ammo inni d'ugu dide, fulla d'ugu AABBO Waaqa d'ibaayu baase
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san loltoonni jannan sadiin sunniin qe'ee worra Filisxeemii keessa hulluuqanii keessa lufanii boolla keessaa bisaan woraabanii Daawitii fidan; inni garuu dhuguu hin barbaanne; inni bisaan san akka waan ciincaa Rabbii dhiyeessa'aaruutitti lafatti gad jisse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba loltooti goototi sadiin sun, loltoota worra Filisxeemotaa keessa dabaranee, boolla karra Betlihemii bira jirtu san keessaa bisaan woraabanee, Daawitiif fidane. Daawiti ammoo, bisaan san hin unne. Inni bisaan san kennansaa godhee Mootii Waan Maraatiif dhangalaasee,