1 Chronicles 11:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abishaini, oboleesi Yoabu, gudda askarti nama sodoma suni. Inni woraana ufiitini nama d'ibba sadi had'e fit'e, akanaani worra sodoma kaani keesa gurra baafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abiisaan obboleessi Iyyoo'aabii bulchaa jara sadiiniiti. Inni woraana fudhatee namoota dhibba sadihii waan ajjeeseef innillee akkuma jara janna sanniiniititti beekkamaa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleessi Yo'aabii Abiishaayi sooressa loltoota gootota sadiin sanii ti; inni eboo ifii fudhatee namoota dhibba sad ijjeesee, akka loltoota gootota sadiin sanii gurra dhaggate.