1 Chronicles 11:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra sodoma kaani ch'ufa ira jabaate, gudda worraa tahe, ammo ha taatuti, gurri isa haga worra kaani sadeeni ind'umne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni jannoota jajjabaa sadihii sanniin keessaa akka nama tokkootittillee yoo hin laakkayaminii jannummaa ufii hojjateen ulfinna ulfinna isaanii caalu waan argateef bulchaa isaanii ta'uu danda'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni loltoota sadiin san keessaa tokko te'uu dhabulle, isaan caalaa ulfinna guddaa dhaggatee ajajaa isaanii te'e.