1 Chronicles 11:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Benaiyani ilmi Yehoyada, ka lafa Kabseeli d'ufeleeni nama askarti toko ka guddo gurra qabu; inni waan jannooma heddu tolche, askarti Moabu jajannale nama lama ijeese. Guyya toko, ka lafti aka hama d'aamotu, inni boola toko seene keesati nyeench'a ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banayaas ilmi Yoodaahe'ee biyya Qabsi'eeliititti loltuu gurra dhagayate ture; inni loltoota lamaa ta biyya Moo'aabii ajjeesuu callaa uduu hin taane jabeenna biraallee baay'ee hojjate; guyyaa tokko hennaa qorri bu'e goda tokko keessa seenee leenca ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Yihoyaada'aa nami biyya Kabzii'elii Benaayaan, lolticha goota nama hujii gugurdoo huje. Inni gootota Mo'aabii lama ijjeese. Gaafa dhakaan roobaa bu'e tokko gara bowwa'aa gad dhaqee neenqa tokkolle ijjeeseera.