1 Chronicles 11:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sunini ch'ufti waan Benaiyani, ka askarti nama sodoma taani keesa jiru, jannoomaani tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
loltoota soddomaa keessaa hujiin jannumma'aa ka Banayaas hojjate kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Yihoyaada'aa Benaayaan tana godhiisaan, innille akkuma gootota dhiira sadiin sanii gootummaa dhaggate.