1 Chronicles 11:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni askarti sodoma suni keesa guddo maqa qaba, ammo haga jara kaani sadeeni ingahu. Daudini isa fuud'e, gudda jara isa eegu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni namoota soddomaa sanniin keessaa nama guddisee beekkamellee yoo ta'e jannummaan inni hojjate jannoota sadihii sanniin hin gawu; Daawiti Banayaasiin ajajaa waardiyyootaa godhee muude.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni loltoota gootota soddoma san caalaa ulfinna dhaggate; te'uu malee inni akka gootota sadiin kaanii ka beekkamee moti. Daawiti worra isa eegu irratti itti gaafatamaa isa godhate.