1 Chronicles 11:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Daudifi worri Israeli ch'ufti d'aqani dira Yerusalemu had'ani. Dira suni gaafasi maqaani isaa Yebusi, ammalle worri gosa Yebusi ka lafa suniti d'alate gaafasi achuma jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Daawitii fi baniin Israa'elii maruu dhaqanii qachaa Yerusaalemii dhayan; hennaa san qachattiin sun Iyyaabus jedhamti; worri lafa san irra jiraata'aa turan banii Iyyaabusootaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Daawitii fi Israa'elooti marti gara qachaa Yerusaalemii ka «Yibus» jedhamuu duulane. Worri Yibusootaa ka achi keessa le'u,