1 Chronicles 11:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yebusi waan Daudini jed'e, Atini dandeete dira keenna inseentu, ammo Daudini dira jaba Sioni suni dabsate, qabe duuba diri sunini ka isaa tahe, dira Daudi jed'aniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin biyya Iyyaabusii keessa jiraata'aa turan sunniin Daawitiin «gara biyya kanaa hin galtu» jedhaniin. Daawiti garuu kushee isaan Tsiyooniin keessatti hojjatan qabate. Achiin maayessa huleen sun «Qachaa Daawitii» jedhamtee waamamte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitiin, «Ati as hin seentu» jedhane. Daawiti ammoo, kushee Xiyoonii qabate; kusheen sun, «Qachaa Daawitii» jedhantee beekkante.