1 Chronicles 11:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan biyyaani jed'e, Nama nama ch'ufa durati nama Yebusi ijeese, gudda askarti tolchani! Jennaani Yoabuni, ilmi Seruya, nama ch'ufa durati nama Yebusi toko ijeese gudda askarti tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti «Namni dura worra Iyyaabusii dhaye bulcha'aa fi ajajaa lolaa ta'a» jedhe; ilmi Tsuuriya'aa Iyyoo'aab firrisee dhaqee waan worra Iyyaabusii dhayeef ajajaa loltootaa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti, «Nami dursee Yibusoota lolu sooressa loltootaa ajajaa woraanaa hin te'a» jedhe. Yo'aab ka Zeruyaan deette dursee dhaqee isaan lolee, ajajaa te'e.