1 Chronicles 11:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan AABBO Waaqi guddaani isaa woliini jirufi, Daudini jabaate, gurri isaa fulla ch'ufa gahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Rabbi Waandhi banii maraa waan isa woliin jiruuf guyya guyya'aan jabaata'aa deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ka waan mara dade isa woliin waan jiruuf, Daawiti ittuma jabaataa ideeme.