1 Chronicles 12:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Daudini hayyu Saulo duraa baqate Ziklagiti gale, jari askarti, ka guddo huji beekhu kunini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Daawiti Saa'olii ilma Qiisii jalaa dheessee gara biyya Tsiqlaagii ture, worra dhaqee isa woliin achi ture keessaa jajjaboonni loltootaallee isa woliin turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ilma Qiishii Saa'ol duraa dhokatee Siiqlaag keessa adoo jiruu, loltoota gootota duula keessatti isa qarqaarane keessaa ka gara isaa dhufane, ka asii gad jiranu: