1 Chronicles 12:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini fuula keesa d'ufe waan jed'eeni, Yo isani aka jaala na qarqaaru d'uftani, anini kurfo jira aka isaniini wold'annu. Ammo yo isani na sobdani harka nyaapa kiyyati na kennu feetani ka anini woma isani ira iyyakini, Waaqi ababoota teenna ha arge isani balleesuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti gara isaanii dhiyaatee «Yoo wonti isin gara kiyya dhuftaniif na gargaaru'uuf ta'e misha'a; gammachu'uun isin simadha; nu woliin ta'aa'a, yoo uduu ani womaa isin hin goone diina kiyyatti dabarsitanii na kennu'uuf taatan garuu Waandhi abboota teenna ta durii argee haa murteessu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti isaan qophatiisaaf gara isaanii gad bayee isaaniin, «Isin nageyaaf, na qarqaariisaafille gara kiyya yoo dhuttanee jiraattane, isin fudhatiisaaf qophoweera. Adoo ani dokonkora tokko hin qabaatin, isin diina kiyyatti dabarsitanee na kenniisaaf gara kiyya yoo dhuttanee jiraattane ammoo, Waaqi abbootii teennaa isin dhagguu ti; isinille'etti muruu ti» jedhe.