1 Chronicles 12:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini ch'ufti askarti Daudileeti mataa tahe, wonti akanatiifi worri ch'ufti nama jajaba, waan woraana beekhu duuba eege worri askarti Israeli keesa guddinna argate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin maruu loltoota jajjabaa gurra bayan; hennaa loltoonni diina isaa isa miidhan Daawitiin gargaara'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun marti loltoota gootota waan te'aneef, loltoota isaa keessalle'etti ajajjoota waan te'aneef, worra Daawititti duule loliisaan isa qarqaarane.