1 Chronicles 12:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya ch'ufa nami askarti Dauditi darame, akanaani askartini isaa guddate lafa ira dabarte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan guyya guyya'aan dhufa'aa loltoota Daawitiititti waan eda'amaniif loltoonni Daawitii guyya guyya'aan baay'atanii jabaata'aa deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti Daawitii akka loltoota Waaqaa haga bacatanutti, namooti isa qarqaarsiisaaf guyyuma guyya'aan gara isaa dhufane.