1 Chronicles 12:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Daudini Hebroni jiru, askartini woraana hedduni d'ufte goli isaa taate, aka fulla Saulo hayyu isaa tolchitu, jecha AABBO Waaqa gula. Henni askarti isaa sunini kana: Yuda: Kuma jaafi d'ibba sadeeti ta woraanafi wonte qabdu; Simeoni: Kuma torbafi d'ibba toko ta askartini tunini ch'ufti nama lola beekhu; Lawi: Kuma afurifi d'ibba jaa; nami Yehoyada, ka d'aloota Haruni kuma sadifi d'ibba torba. Namicha janna toko ka Sadoki jed'ani: fiit'a isaa nama diddami lama ka biyyaa mata; Benjamini (gosa Saulo): Kuma sadi (worri gosa Benjamini guddinni Saulo biraa indeemne); Efraimu: Kuma diddamafi d'ibba saddeeti ta balbala gosa worraa keesaa gurra qabdu; worra Manase ka ila adu: Kuma kud'ani saddeeti, ta filani, beena, Daudi hayyu tolcha jed'ani ergani. Isakari: Nama d'ibba lama ka matatifi nama d'ibi worra jala jiru. (Jari mata kunini waan Israeliini tolchu malteefi hojja dansa tolchani namati hima.) Zabuloni: Kuma shantama ta hayyu ch'aqafte, innileeni worra d'ugeefate, ta hojja ch'ufa had'iisa kurfo jirtu, ta ammalle huji woraana ta aka ch'ufaa beetu; Naftali: Nama kuma toko ka matatifi nama kuma sodomi torba ka woraanafi wonte qabu; Dani: Kuma diddami saddeetifi d'ibba jaa, ta waan woraana beetu; Asheri: Kuma afurtama ta had'iisa kurfo jirtu; gosa galaana Yordanitini ilaboru jirtu — Reubeni, Gadi, gosa Manase ta ilaboru; kuma d'ibba tokotifi diddama, ta miha lola, ka aka ch'ufatini hojachu beetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Daawiti Keebrooniin keessa jiru loltoonni leenji'an baay'een loltoota Daawitiititti eda'aman; akkuma Rabbi abdii isaa kenneetitti akka bikka Saa'olii moowu gargaarsa guddaa godhaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Mootiin Waan Maraa Daawitiif waadaa galetti, laakkossi loltoota lolaaf hidhatanee, mootummaa Saa'olii mootichaa gara isaa deebisiisaaf, Kebroonitti gara Daawitii worri dhufe ka asii gad jiru: