1 Chronicles 12:29 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Biiniyaamii ka obboleessa Saa'olii keessaa namoota kuma sadihiiti; garuu namoonni baay'een gosa Biiniyaamii amanamummaa Saa'olii qaban hin dhiifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fira Saa'olii keessaa namooti Beniyaamii kum sad, isaan keessaa gariin irra caalaan haga bara saniititti Saa'oliif addatamane.