1 Chronicles 12:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara kana ch'ufa Ahiezerifi Yoashi, ilmaani Shemaa ta Gibea d'ufteti iti mata. Jari sunini kana: Yezielifi Peleti ilmaani Asmawethi Berakafi Yehu, ka Anathothi d'ufani Ishmaya, ka Gibeoni d'ufe ka guddo gura qabu, ka ammalle jara sodoma kaanile mata keesa jiru Yeremia, Yahazieli, Yohana, Yozabadi, ka Gedera d'ufe. Eluzai, Yeimothi, Beelia, Shemaria, Shefatia, ka Harufi d'ufe. Elkana, Ishia, Azareli, Yoezeri, Yashobeamu, ka worri ch'ufti balbala kora Yoelafi Zebadia, ilmaani Yerohamu, ta Gedori d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan isaanii Ahi'eezii fi Iyyoo'aas, Yizi'eelii ijoollee Shama'aa gosa Gibi'a'aa, Faaleexi, Barakiyaa ijoollee Aazmootii, Iyyuu gosa Anaatotaa, Samayaasii gosa Gabaa'oonii, Inni bulchaa namoota jajjabaa Soddomman sanniinii ture, Ermiyaas, Hizi'eeli, Yohaanaa, Yoozaabaatii gosa Gadirootaa, Eeluuzaayi, Iyyaarimuuti, Ba'aaliyaa, Samaarayaa, Safaaxiyaasii gosa Haaruufii fa'a. Hilqaanaa, Yishiyaa gosa Qore'ee, Azari'eeli, Yoozaari, Yashoobi'aamii nama Geedoorii, Yoo'eelaa ijoollee Yirohaamiitii fi Zibaadiyaa fa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooressitooti isaanii Ahii'ezerii fi Yo'aas; isaan lamaanuu ilmaan Shema'aa nama biyya Giibe'aatii ti; ilmaan Azmaweeyezii'elii fi Phelex, Beraakaa, nama biyya Anaatotii Yehuu,