1 Chronicles 12:33 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Zaabiloonii keessaa worri amanamtoonninii fi worri hedataman, worri meeshaa woraanaa kamiinuu fayyadamuu danda'aanii fi worri lolaaf qophaayan loltoota kuma Shantamaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namoota Zebuloonii keessaa, loltooti meya lolaa maraan leenjifamanee lolaaf qophowane, ka gadhaa tokkochaan Daawiti qarqaariisaaf dhufane, namoota kuma shantama.