1 Chronicles 12:37 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Roobeelii, ka Gaadiitii fi ka Minaase'ee, Worra Yoordaanosiin gara baya biiftu'uutiin jiran, worri meeshaa lolaa maraanuu fayyadamuu danda'an loltoota kuma dhibbaa fi diddamaa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra laga Yordaanosii irraa karaa aduun baatu jiranu keessaa, namooti Ruubenii, namooti Gaadiitii fi gamisa gosa Minaase'ee ka meya lolaa mara hidhatane, nama kuma dhibba tokkoo fi kuma diddama.