1 Chronicles 12:39 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
obboleewwan isaanii waan nyaataatii fi waan dhugan waan isaanii qopheessanii turaniif haga guyyaa sadihii nyaata'aa dhuga'aa Daawitiin woliin turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti kun waan firri isaanii isaaniif qopheessane nyaataa, unaa guyyaa sad Daawiti bira turane.