1 Chronicles 13:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini Waaqa sodaate waan jed'e, Anini akami dandae Sanduqa Wold'aqisa fuud'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Daawiti waan guddisee Rabbiin sodaateef, «Eeganaa saanduuqa waadaa Rabbii kana attamiin gara mana kiyyaa fiduu danda'a?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti gaafasii jalqabee Waaqa sodaatee, «Ani attamiin Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa tana fudhadhee galuu dande'a ree?» jedhe.