1 Chronicles 13:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sanduqi sunini jia sadi achi tae, jennaani AABBO Waaqi worra Obed-Edomutifi waan inni qabu ch'ufa eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduundhi waadaa Rabbii mana Abidaara'aa keessa haga ji'a sadihii taa'e; Rabbi mana Abidaara'aatii fi waan inni qabu maraa eebbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqi Gondooro'oo ta Waaqaa, ji'a sad maatii Obed-Edoomii woliin mana isaa keessa turte. Mootiin Waan Maraalle maatii Obed-Edoomiitii fi waan inni qabu mara eebbise.