1 Chronicles 13:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege waan worra Israeli ch'ufaani jed'e, Yo isani ee jettani, ammalle yo fed'i AABBO Waaqa keenna taate koota, nama lafa teennati hafefi, qaaloleefi worra Lawi, ka dira ufi keesa jiru qonqo iti ergina, aka worri ch'ufti woliini armati nuti d'ufu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa inni banii Israa'elii maraan, «Yoo isin waan kana maarre jettanii fi yoo fedha Rabbii ta'e gara qachoota namoonni keenna worri gadootaatii fi worri Leewwotaa keessa jiraatanitti namoota erginee akka dhufanii nu woliin wol gayii godhan haa goonuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti gumii Israa'elootaa maraan, «Wonni kun yoo isinitti dansaa fakkaatte, fedhii Mootii Waan Maraa Waaqa keennaalle yoo teete, obboleeyyan teenna ta hatte, worri lafa Israa'elii keessa jiranu, hayyootaa fi Lewwooti qachoota ifii keessaa fi lafa tikaa ta ifii keessa jiranu marti, dhufanee akka nu woliin wolitti qabamanu namoota isaanitti ergina.