1 Chronicles 13:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba yaane, Sanduqa Wold'aqisa Waaqa, ka duri bara Saulo yaalu didani fuuna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduuqa waadaa Rabbii ka bara mootii Saa'olii lash itti jennee dhiifne dhandhee haa finnuu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'a, Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan Maraa Waaqa keennaa ta bara mootummaa Saa'olii hin barbaadin, dhandhee fidanna» jedhe.