1 Chronicles 13:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudifi worri Israeli dira Baala d'aqani (Baala jechaani Kiriath-Yearimu jechu) aka Sanduqa Wold'aqisa Waaqaa, ka maqa AABBO Waaqa, ka barch'umani isa akheekha waan lubbu qaba ka koola gubbaa jiru, achi fuud'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitii fi baniin Israa'elii maruu saanduuqa waadaa Rabbii Waaqa ufii ka konkolaataa fardaa haarawa irra jiru ka maqaa Rabbiitiin waamamu fidu'uuf qachattii Qiriyaatiyi'aarimii Ba'aalaa bulchiinsa Yihuuda'aa keessa jirtu keessaa fuudhu'uuf dhaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitii fi Israa'elooti marti Saanduqa Gondooro'oo ta Waaqa Mootii Waan Maraa ta maqaa isaatiin waamante, ta dada ol-gubba'aa ta koola qaddu lamaan odduu barcuma'aa irra keyante san fidiisaaf, gara qachaa Ba'aalaa, ka Yihudaa keessaa ka «Kiriiyat-Ya'ariimii» jedhamutti ol bayane.