1 Chronicles 13:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka Daudifi worri Israeli ch'ufti aka jaba sirbe Waaqa faarse guddisa, kiraarifi dibbeefi bilbilafi magalata d'aani sirbani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitii fi baniin Israa'elii maruu Masiinqoo, Dibbee, meeshaa sagalee guddaa kennu dhaya'aa, meeshaa shaka shaka jedhu dhaya'aa, xurumbaa afuufa'aa faarfata'aa hunna ufii guutu'uun ulfinna Rabbiitiif jedhanii hawwisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitii fi Israa'elooti marti hunna ifii maraan Waaqa duratti weeddu'uun, kiraara guddichaan, maseenqo'oon, dibbe'een, sibiila wolitti dhowamee qoonqoo guddoo dhageessisuu fi tultulla'aan jilifatane.