1 Chronicles 14:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini Waaqa gaafate waan jed'e, Worra Filisti kana inhad'a? Dandae indabsad'a? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Ee had'i, anini dabsacha sii keenna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti, «Bayee worra Filisxeemiitiin loluu? ani isaan mooyadhaa?» jedhee Rabbiin gaafate. Rabbillee, «Ee! ani akka ati mooyattu si taasisaa bayii loli!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti, «Worra Filisxeemotaatitti duuluu? Ati harka kiyyatti dabarsitee isaan hin kennitaa?» jedhee Waaqa gaafate. Mootiin Waan Maraa deebisee, «Ee, duuli, ani harka keetitti dabarsee isaan hin kenna» jedhe.