1 Chronicles 14:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini Baali Parasimuti worra had'e, dabsate waan jed'e, Waaqi yayu aka bisaani fach'aani nyaapa kiyya keesa na fach'aase. Tanaafi fulla sunini Baal-Perazimu jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Daawiti gara Ba'aalfaraasiimii dhaqee achitti worra Filisxeemiitiin lolee haga isaan mooyateen maayessa, «Loltoota diina kiyyaa akka lolaan laga irra gara galuutitti akka isaan irra gara galu Rabbi na gargaare» jedhe; kanaaf maqaa hulee sanii «Ba'aalfaraasiim» jedhanii itti baasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti namoota ifii woliin gara Ba'aal Pheraaziimii ol bayee, worra Filisxeemotaa lolanee injifatane. Inni, «Akka lolaan bisaanii ededa caccassu, Waaqi harka kiyya irratti diinota kiyya caccasse» jedhe. Tana irratti maqaan addee saniille, «Ba'aal-Pheraaziim » jedhamee moggaafame.