1 Chronicles 14:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Filisti baqate waan harkaani boch'ani ka worri kad'atu lafati lakise. Duuba Daudini jara isatini, Waan suni ch'ufa guba jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Filisxeemii uduu dheessan waaqa tolfamaa ufii gatanii lixan. Daawiti akka waaqa tolfamaa isaanii maraa ibiddaan guban ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Filisxeemotaa waaqota ifii ka dharaa achitti lakkisanee baqatane; Daawiti akka isaan gubamanuuf ajaja baase.