1 Chronicles 14:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan Waaqi isaani jed'e guute, worra Filisti Gibea had'e Gezerini baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee akkuma Rabbi isa ajaje godhe; biyya Gabaa'ooniitii jalqabee haga biyya Geezeeriititti loltoota worra Filisxeemii dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti akkuma Waaqi isa ajaje godhee, namoota ifii woliin, Giibe'onii jalqabee haga Gezeriititti loltoota worra Filisxeemotaa ari'e.