1 Chronicles 14:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gurri Daudi fulla ch'ufa gahe, AABBO Waaqi gosa ch'ufa isa sodaachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gurri Daawitii biyya marattuu dhagayame; Rabbi akka inni worra Yihuudota hin taane birattillee sodaatamu godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gurri Daawitii lafa maratti dhage'ame; Mootiin Waan Maraalle gosi biyyi adda addaa akka isa sodaattu godhe.