1 Chronicles 14:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani Daudini aka AABBO Waaqi hayyu Israeli isa tolche, lafa inni fidule, maro gumi isaatiifi eebise, hubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Daawiti akka Rabbi banii Israa'eliitiif jedhee mootummaa isaa jabeesse beeke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille akka Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'elii irratti mootii isa godhee fi sababa kolbaa ifii Israa'eliitiif jedhee mootummaa isaalle akka guddise beeke.