1 Chronicles 15:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami balbala Uzieli ka inni yaame, Aminadabu, ka nama d'ibbafi kud'ani lama inni iti mataa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan ijoollee Uuzi'eelii Abinaadaab, obboleewwan isaa dhibbaa fi kudha lama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sanyii Uzii'elii keessaa sooressa Aminaadaabii fi firoota isaa nama dhibba tokkoo fi kudhanii lama.