1 Chronicles 15:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan gaafa qara isa fuud'ani isani huji suni keesa injirreefi AABBO Waaqi aka hama nuti dallane, waan nu aada isaa gula Sanduqa suni baachu dinneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
tanaan dura isin biratti argamtanii saanduuqa waadaa Rabbii waan hin baadhanneef akka seera Rabbi Waandhi keenna kenneetitti waan isa hin tajaajilleef Rabbi nuun loleera» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa qaraa isin Lewwooti Saanduqa Gondooro'oo hin ba'anne; nuutille akka ajaja isaatitti isa hin barbaanne. Tanaaf Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna aarii ifii nu irratti bobeesse» jedhee dubbate.