1 Chronicles 15:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Daudini worra mata gosa Lawi wolti yaame waan jed'eeni, Nama kiraarifi bilbila d'ae sirbu fohad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti meeshaa sagalee kennuun, Dibbee, meeshaa shaka shaka jedhuun akka faarfatan, gammadanii laagaa ufii akka ol qabatan, Faarfattoota obboleewwan ufii akka muudaniif bulchoota worra Leewwotaatitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti itti dabalee sooressitooti Lewwootaa, namoota meya faaru'uutiin, maseenqo'oon, kiraara guddichaan, sibiila wolitti dhowamee qoonqoo guddoo dhageessisuun, faaruu nama gammachiittu akka faarfatanu fira ifii keessaa akka filanu ajaje.