1 Chronicles 15:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan jed'e, Worra Lawi male nami tokoleeni Sanduqa Wold'aqisa imbaatini. Wonti akanatiifi nami duri AABBO Waaqi fohate huji suni kenneefi, ammalle, haga jiru jireenna na hojad'a jed'e, worra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Daawiti Rabbi baraa haga bara baraa akka isa tajaajilanii fi saanduuqa waadaa Rabbiillee akka baadhataniif worri inni filate waan isaan ta'eef, «Saanduuqa waadaa Rabbii worri baadhatu worra Leewwotaa calla'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti, «Mootiin Waan Maraa, Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa akka ba'atanuuf, haga bara baraa isa akka tajaajilanu, Lewwoota waan filateef, isaan malee nami tokkolle Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa hin ba'atu» jedhe.