1 Chronicles 15:24 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sabaaniyaan gadichi, Iyyoosaafixi, Naatinaa'el, Amaasaayi, Zakkaariyaas, Banaayaas, Alaazaar saanduuqa waadaa Rabbii afo'otti xurumbaa haa afuufani'iif filataman turan. Obeedi'eedoomii fi Yihiyaan, worra balbala saanduuqa waadaa Rabbii eegan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti Shebaniyaan, Yoshaafaax, Nataani'el, Amaasaayi, Zakaariyaas, Benaayaanii fi Elii'ezer Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa duratti tultullaa afuufan. Obed-Edoomii fi Yehiiyaan eeddota karra Saanduqa Gondooro'oo ti.